Faarfannaa 132:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Luboota ishiitti fayyina nan uwwisa,+Warri amanamoon ishii keessa jiranis ni ililchu.+ Isaayyaas 61:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ani Yihowaatti baayʼee nan gammada. Guutummaan eenyummaa kootii* Waaqa kootti ni gammada.+ Sababiin isaas, inni uffata fayyinaa natti uwwiseera;+Akkuma misirricha marata mataa isa kan lubaa fakkaatu+ marateetti,Akkuma misirroo faayawwan ishiitiin of miidhagsiteettis,Inni uffata* qajeelummaa natti mareera.
10 Ani Yihowaatti baayʼee nan gammada. Guutummaan eenyummaa kootii* Waaqa kootti ni gammada.+ Sababiin isaas, inni uffata fayyinaa natti uwwiseera;+Akkuma misirricha marata mataa isa kan lubaa fakkaatu+ marateetti,Akkuma misirroo faayawwan ishiitiin of miidhagsiteettis,Inni uffata* qajeelummaa natti mareera.