-
1 Saamuʼel 10:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Sana booda, gara tabba Waaqa dhugaa bakka buufanni loltoota Filisxeemotaa jirutti ni baata. Gara magaalattii yommuu dhuftus, garee raajotaa bakka ol kaʼaadhaa gad buʼu tokko ni argatta; yommuu isaan raajii dubbatanittis namoonni meeshaa muuziqaa ribuu qabu, dibbee, ulullee fi baganaa taphatan fuuldura isaanii ni jiraatu.
-