1 Ximotewos 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Nuti jabaannee kan hojjennuu fi carraaqqii cimaa kan goonu kanaafi;+ sababiin isaas, Waaqa jiraataa isa akaakuu namootaa hundumaatiif,+ keessumaa immoo warra amanamoo taʼaniif Fayyisaa+ taʼe abdanna.
10 Nuti jabaannee kan hojjennuu fi carraaqqii cimaa kan goonu kanaafi;+ sababiin isaas, Waaqa jiraataa isa akaakuu namootaa hundumaatiif,+ keessumaa immoo warra amanamoo taʼaniif Fayyisaa+ taʼe abdanna.