Faarfannaa 21:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yaa Yihowaa, jabina keetiin mootichi ni gammada;+Inni gochawwan fayyinaa keetti baayʼee gammada!+ 2 Ati fedhii garaa isaa isaaf ni guutte,+Kadhata afaan isaas isa hin dhowwanne. (Seelaa)
21 Yaa Yihowaa, jabina keetiin mootichi ni gammada;+Inni gochawwan fayyinaa keetti baayʼee gammada!+ 2 Ati fedhii garaa isaa isaaf ni guutte,+Kadhata afaan isaas isa hin dhowwanne. (Seelaa)