1 Saamuʼel 17:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Daawitis Filisxeemichaan akkana jedhe: “Ati goraadee, eeboo fi bodee+ qabattee natti dhufta; ani garuu maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,+ Waaqa loltoota Israaʼel isa ati arrabsite* sanaatiin+ sitti nan dhufa.
45 Daawitis Filisxeemichaan akkana jedhe: “Ati goraadee, eeboo fi bodee+ qabattee natti dhufta; ani garuu maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,+ Waaqa loltoota Israaʼel isa ati arrabsite* sanaatiin+ sitti nan dhufa.