Faarfannaa 37:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Fayyinni qajeelotaa Yihowaa biraa dhufa;+Inni yeroo dhiphinaatti dallaa dhagaa isaaniif ni taʼa.+ Isaayyaas 43:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ani, ani Yihowaa dha,+ ana malee fayyisaan hin jiru.”+ Mulʼata 19:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kana booda samii keessaa sagalee guddaa, sagalee namoota hedduu fakkaatu tokko nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Yaahiin jajadhaa!*+ Fayyinni, ulfinnii fi humni kan Waaqa keenyaa ti;
19 Kana booda samii keessaa sagalee guddaa, sagalee namoota hedduu fakkaatu tokko nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Yaahiin jajadhaa!*+ Fayyinni, ulfinnii fi humni kan Waaqa keenyaa ti;