Luqaas 23:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Yesuusis sagalee guddaadhaan iyyee, “Yaa Abbaa, ani hafuura koo imaanaadhaan harka keetti nan kennadha”+ jedhe. Erga kana jedhee boodas ni duʼe.*+ Ibroota 5:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kiristoos yeroo lafa irra jiraachaa turetti,* sagalee guddaa fi imimmaaniin+ gara isa duʼa irraa isa oolchuu dandaʼu sanaatti wawwaannaa fi iyyata dhiheesse; Waaqayyoon waan sodaatuufis isaaf dhagaʼame.
46 Yesuusis sagalee guddaadhaan iyyee, “Yaa Abbaa, ani hafuura koo imaanaadhaan harka keetti nan kennadha”+ jedhe. Erga kana jedhee boodas ni duʼe.*+
7 Kiristoos yeroo lafa irra jiraachaa turetti,* sagalee guddaa fi imimmaaniin+ gara isa duʼa irraa isa oolchuu dandaʼu sanaatti wawwaannaa fi iyyata dhiheesse; Waaqayyoon waan sodaatuufis isaaf dhagaʼame.