LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 6:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Yihowaan fuula isaa gara keetti haa deebisu, nagaas siif haa kennu.”’+

  • Faarfannaa 80:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yaa Waaqa Raayyaa, iddoo keenyatti nu deebisi;

      Akka oolluuf, fuulli kee nu irratti haa ifu.+

  • Fakkeenya 16:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ifa fuula mootii keessa jireenyi jira;

      Isa biratti fudhatama argachuun akkuma duumessa bokkaa arfaasaa fiduu ti.+

  • 1 Pheexiros 3:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, ijji Yihowaa* qajeelota irra jira; gurri isaas wawwaannaa isaanii ni dhagaʼa;+ taʼus Yihowaan* warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi