Yohaannis 19:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Kana booda Yesuus wanti hundi fiixaan baʼuu isaa yommuu hubatu, wanti Kitaabonni Qulqulluun jedhan akka raawwatamuuf, “Nan dheebodhe”+ jedhe.
28 Kana booda Yesuus wanti hundi fiixaan baʼuu isaa yommuu hubatu, wanti Kitaabonni Qulqulluun jedhan akka raawwatamuuf, “Nan dheebodhe”+ jedhe.