Faarfannaa 34:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Inni lafeewwan isaa hundumaa ni eega;Isaan keessaa tokko illee hin cabne.+ Yohaannis 19:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Wantoonni kun kan taʼan, wanti Kitaabonni Qulqulluun, “Lafeen isaa tokko illee hin cabu” jedhanii dubbatan akka raawwatamuufi.+
36 Wantoonni kun kan taʼan, wanti Kitaabonni Qulqulluun, “Lafeen isaa tokko illee hin cabu” jedhanii dubbatan akka raawwatamuufi.+