Faarfannaa 19:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Seerri Yihowaa mudaa hin qabu,+ humna namaa haaressa.*+ Yaadachiisni Yihowaa kan amanamu dha,+ isa muuxannoo hin qabne ogeessa godha.+ Faarfannaa 51:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Gammachuu fayyisuu keetii naaf deebisi;+Fedhii siif ajajamuu na keessatti kakaasi.*
7 Seerri Yihowaa mudaa hin qabu,+ humna namaa haaressa.*+ Yaadachiisni Yihowaa kan amanamu dha,+ isa muuxannoo hin qabne ogeessa godha.+