-
Faarfannaa 69:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Gooftaa Ol Aanaa kan taate yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,
Warri si abdatan anaan kan kaʼe hin qaaneffamin.
Yaa Waaqa Israaʼel,
Warri si barbaaddatan anaan kan kaʼe hin salphifamin.
-