-
Yohaannis 15:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Garbichi tokko wanta gooftaan isaa godhu waan hin beekneef, ani kana booda garboota jedhee isin hin waamu. Kanaa mannaa, ani wantan Abbaa koo irraa dhagaʼe hunda waanan isin beeksiseef, michoota jedhee isin waameera.
-