- 
	                        
            
            Uumama 18:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
17 Yeroo kanatti Yihowaan akkana jedhe: “Ani wantan gochuuf jedhu Abrahaamiin nan dhoksaa?+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Amoos 3:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan iccitii isaa raajota warra tajaajiltoota isaa taʼanitti utuu hin mulʼisin
Waan tokko illee hin raawwatu.+
 
 -