LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 16:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Museenis kaʼee gara Daataanii fi gara Abiraam dhaqe; jaarsoliin+ Israaʼelis isaa wajjin dhaqan. 26 Innis yaaʼichaan, “Isin cubbuu isaanii hundumaatiin haxaaʼamtanii akka hin balleeffamneef, maaloo, dunkaanota namoota hamoo kanaa irraa fagaadhaa; wanta kan isaanii taʼe kam iyyuu hin tuqinaa” jedhe.

  • Faarfannaa 26:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Cubbamootaa wajjin haxooftee na* hin balleessin,+

      Namoota jalʼoota taʼanii* wajjinis lubbuu koo hin fudhatin;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi