LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 59:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Cubbuu afaan isaaniitii fi dubbii arraba isaaniitiin kan kaʼe,

      Abaarsaa fi gowwoomsaa dubbataniin kan kaʼes,

      Sababa of tuulummaa isaaniitiin kiyyoodhaan haa qabaman.+

  • Ermiyaas 18:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Ati akkuma tasaa yommuu tuuta weerartootaa isaanitti fiddutti,

      Manneen isaanii keessaa iyyi haa dhagaʼamu.

      Sababiin isaas, isaan na qabachuuf boolla qotaniiru,

      Miila kootiifis kiyyoo kaaʼaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi