-
Iyyoob 34:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Inni hammina isaaniitiin kan kaʼe,
Bakka namoonni hundi arguu dandaʼanitti isaan ni rukuta,+
27 Sababiin isaas, isaan isa duukaa buʼuu irraa garagalaniiru,+
Daandii isaa isa kamiif iyyuu kabaja hin qaban;+
-
Isaayyaas 5:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Isaan affeerraa isaanii irratti baganaa fi meeshaa muuziqaa ribuu qabu,
Dibbee, ulullee fi daadhii wayinii qabu;
Taʼus gochawwan Yihowaa hin qalbeeffatan,
Hojiiwwan harka isaatiis hin hubatan.
-
-
-