-
Faarfannaa 143:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
143 Yaa Yihowaa, kadhannaa koo dhagaʼi;+
Kadhatan gargaarsa argachuuf dhiheessu dhaggeeffadhu.
Amanamummaa kee fi qajeelummaa keetiin deebii naaf kenni.
-