LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 22:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Ani garuu raammoo malee nama miti,

      Namoonni natti qoosan,* na tuffatanis.+

  • Faarfannaa 42:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Diinonni koo jibba hamaa na jibbanii* natti qoosu;

      Guyyaa guutuus, “Waaqni kee eessa jira?”+ jedhanii natti qoosu.

  • Faarfannaa 102:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Diinonni koo guyyaa guutuu na arrabsu.+

      Warri natti qoosanis* abaarsaaf maqaa kootti fayyadamu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi