Nahimiyaa 6:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Diinonni keenya hundi waaʼee kanaa yommuu dhagaʼanii fi guutummaan saboota naannoo keenyaas kana yommuu argan akka malee qaanaʼan;*+ hojiin kun kan hojjetame gargaarsa Waaqa keenyaatiin akka taʼes ni hubatan. Isaayyaas 41:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kunoo, warri akka malee sitti aaran hundi ni qaanaʼu, ni salphatus.+ Warri siin lolan ni barbadaaʼu, ni badus.+ Ermiyaas 20:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yihowaan garuu akka loltuu sodaachisaatti anaa wajjin ture.+ Warri na ariʼatan kan gufatanii fi kan hin moone kanaafi.+ Isaan milkaaʼina waan hin arganneef, qaanii guddaadhaaf ni saaxilamu. Salphinni bara baraaf isaan irra gaʼu hin irraanfatamu.+
16 Diinonni keenya hundi waaʼee kanaa yommuu dhagaʼanii fi guutummaan saboota naannoo keenyaas kana yommuu argan akka malee qaanaʼan;*+ hojiin kun kan hojjetame gargaarsa Waaqa keenyaatiin akka taʼes ni hubatan.
11 Kunoo, warri akka malee sitti aaran hundi ni qaanaʼu, ni salphatus.+ Warri siin lolan ni barbadaaʼu, ni badus.+
11 Yihowaan garuu akka loltuu sodaachisaatti anaa wajjin ture.+ Warri na ariʼatan kan gufatanii fi kan hin moone kanaafi.+ Isaan milkaaʼina waan hin arganneef, qaanii guddaadhaaf ni saaxilamu. Salphinni bara baraaf isaan irra gaʼu hin irraanfatamu.+