-
Faarfannaa 64:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Mala haxxummaa namoonni hamoon dhoksaatti qopheessan jalaa,+
Namoota hedduu balleessaa raawwatan jalaas na golgi.
3 Isaan akkuma goraadeetti arraba isaanii qaratu;
Dubbii isaanii isa hamaas akka xiyyaatti akeekkatu,
-