Faarfannaa 65:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa isa kadhannaa namaa dhageessuu, namoonni gosa* hundumaa gara kee ni dhufu.+ 3 Balleessaan koo na liqimseera,+Ati garuu yakka keenya nuuf haguugdeetta.+
2 Yaa isa kadhannaa namaa dhageessuu, namoonni gosa* hundumaa gara kee ni dhufu.+ 3 Balleessaan koo na liqimseera,+Ati garuu yakka keenya nuuf haguugdeetta.+