-
Ermiyaas 8:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Ani xiyyeeffannaadhaan nan hordofe, dhagaʼuu koos ittan fufe, taʼus akki isaan itti dubbatan sirrii hin turre.
Namni hammina isaa irraa yaada geddarate yookiin ‘Maal gochuu koo ti?’ jedhee gaafate hin jiru.+
Akkuma fardi gara dirree waraanaatti didichutti, tokkoon tokkoon namaa gara daandii namoonni hedduun hordofanitti deebiʼuu isaa itti fufe.
-