Mulʼata 14:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni sagalee guddaadhaan, “Waaqayyoon sodaadhaa, ulfinas isaaf kennaa; saʼaatiin inni murtii itti kennu waan gaʼeef,+ isa samii, lafa, galaanaa+ fi burqaawwan bishaanii uume sana waaqeffadhaa” jedha ture.
7 Inni sagalee guddaadhaan, “Waaqayyoon sodaadhaa, ulfinas isaaf kennaa; saʼaatiin inni murtii itti kennu waan gaʼeef,+ isa samii, lafa, galaanaa+ fi burqaawwan bishaanii uume sana waaqeffadhaa” jedha ture.