Faarfannaa 148:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Samiiwwan warri hunda irra caalaa ol gubbaa jirtan,*Bishaanonni samiiwwanii olitti argamtanis isa jajadhaa. 5 Inni ajajuu isaatiin waan uumamaniif,+Isaan maqaa Yihowaa haa jajatan.
4 Samiiwwan warri hunda irra caalaa ol gubbaa jirtan,*Bishaanonni samiiwwanii olitti argamtanis isa jajadhaa. 5 Inni ajajuu isaatiin waan uumamaniif,+Isaan maqaa Yihowaa haa jajatan.