Miilkiyaas 3:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Isin ammas garaa garummaa nama qajeelaa fi nama hamaa,+ nama Waaqayyoon tajaajiluu fi nama isa hin tajaajille gidduu jiru ni hubattu.” Maatewos 13:49, 50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 49 Dhuma sirna* kanaattis akkanuma ni taʼa. Maleekonni dhaqanii hamoota qajeelota irraa gargar baasu; 50 achiis iddoo ibiddaa keessatti isaan gatu. Achittis ni booʼu, ilkaan isaaniis ni qaru.”
18 Isin ammas garaa garummaa nama qajeelaa fi nama hamaa,+ nama Waaqayyoon tajaajiluu fi nama isa hin tajaajille gidduu jiru ni hubattu.”
49 Dhuma sirna* kanaattis akkanuma ni taʼa. Maleekonni dhaqanii hamoota qajeelota irraa gargar baasu; 50 achiis iddoo ibiddaa keessatti isaan gatu. Achittis ni booʼu, ilkaan isaaniis ni qaru.”