Iyyoob 36:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Qajeelota irraa ija isaa hin buqqifatu;+Moototaa wajjin teessoo irra isaan ni kaaʼa,*+ isaanis bara baraaf ol ni qabamu. Faarfannaa 34:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ijji Yihowaa qajeelota irra jira,+Gurri isaas iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessan ni dhagaʼa.+
7 Qajeelota irraa ija isaa hin buqqifatu;+Moototaa wajjin teessoo irra isaan ni kaaʼa,*+ isaanis bara baraaf ol ni qabamu.
15 Ijji Yihowaa qajeelota irra jira,+Gurri isaas iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessan ni dhagaʼa.+