-
Faarfannaa 35:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Warri qajeelummaa kootti gammadan garuu haa ililchan;
Isaan yeroo hundumaa,
“Yihowaan inni nagaa tajaajilaa isaatti gammadu ulfina haa argatu”+ haa jedhan.
-