LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 12:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Arrabni dhugaa dubbatu bara baraaf jiraata,+

      Arrabni sobu garuu yeroo xinnoodhaaf qofa tura.+

  • Fakkeenya 15:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Arrabni tasgabbaaʼaan* muka jireenyaa ti,+

      Dubbii micciiramaan garuu abdii nama kutachiisa.*

  • 1 Pheexiros 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, hammina hundumaa, gowwoomsaa, fakkeessaa, hinaaffaa fi hamii hundumaa of irraa fageessaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi