-
Ermiyaas 17:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Warri na ariʼatan haa qaanaʼan,+
Ani akkan qaanaʼu garuu hin godhin.
Isaan haa jeeqaman,
Ani akkan jeeqamu garuu hin godhin.
-