LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 31:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Jette jettee hamaa hedduu dhagaʼeera;

      Naasuun natti marseera.+

      Isaan tokko taʼanii yommuu na irratti walitti qabaman,

      Lubbuu koo balleessuuf mala qopheessu.+

  • Ermiyaas 11:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Ani akkuma xobbaallaa hoolaa garraamii qalmaaf geeffamaa jirtuu nan taʼe.

      Isaan akkana jedhanii na irratti daba qopheessaa akka turan hin beekne:+

      “Kottaa, mukicha firii isaa wajjin haa balleessinu,

      Kana booda maqaan isaa akka hin yaadatamneef,

      Biyya warra jiraatoo keessaa isa haa murru.”

  • Maatewos 26:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 haxxummaadhaan Yesuusiin qabanii ajjeesuuf mariʼatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi