Faarfannaa 71:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Arrabni koo guyyaa guutuu waaʼee qajeelummaa keetii ni dubbata,*+Sababiin isaas, warri badiisa koo barbaadan ni qaanaʼu, ni salphatus.+
24 Arrabni koo guyyaa guutuu waaʼee qajeelummaa keetii ni dubbata,*+Sababiin isaas, warri badiisa koo barbaadan ni qaanaʼu, ni salphatus.+