Faarfannaa 145:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaan uumamawwan hundumaatiif gaarii dha,+Gara laafinni isaas hojiiwwan isaa hundumaa irratti mulʼata. 1 Ximotewos 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Nuti jabaannee kan hojjennuu fi carraaqqii cimaa kan goonu kanaafi;+ sababiin isaas, Waaqa jiraataa isa akaakuu namootaa hundumaatiif,+ keessumaa immoo warra amanamoo taʼaniif Fayyisaa+ taʼe abdanna.
9 Yihowaan uumamawwan hundumaatiif gaarii dha,+Gara laafinni isaas hojiiwwan isaa hundumaa irratti mulʼata.
10 Nuti jabaannee kan hojjennuu fi carraaqqii cimaa kan goonu kanaafi;+ sababiin isaas, Waaqa jiraataa isa akaakuu namootaa hundumaatiif,+ keessumaa immoo warra amanamoo taʼaniif Fayyisaa+ taʼe abdanna.