Leewwota 25:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 “‘Lafti kan koo waan taʼeef,+ lafti yeroo hundumaatiif gurguramuu hin qabu.+ Isin anaaf namoota biyya ormaa fi qubattoota dha.+ 1 Seenaa Baraa 29:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Nuti akkuma abbootii keenya hundumaatti si duratti namoota biyya ormaa fi qubattoota dha.+ Sababiin isaas, barri jireenyaa keenya lafa irratti akka gaaddidduu ti;+ abdiis hin qabu.
23 “‘Lafti kan koo waan taʼeef,+ lafti yeroo hundumaatiif gurguramuu hin qabu.+ Isin anaaf namoota biyya ormaa fi qubattoota dha.+
15 Nuti akkuma abbootii keenya hundumaatti si duratti namoota biyya ormaa fi qubattoota dha.+ Sababiin isaas, barri jireenyaa keenya lafa irratti akka gaaddidduu ti;+ abdiis hin qabu.