LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ibroota 10:5-9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, inni gara addunyaa yeroo dhufetti akkana jedhe: “‘Ati aarsaa fi kennaa hin barbaanne, kanaa mannaa dhaqna anaaf qopheessite. 6 Ati aarsaa guutummaatti gubamuu fi aarsaa cubbuutti hin gammanne.’+ 7 Anis, ‘Yaa Waaqayyoo, kunoo ani (waaʼeen koo maraa kitaabaa irratti barreeffameera) fedhii kee raawwachuuf dhufeera’+ nan jedhe.” 8 Jalqaba aarsaawwan akka Seerichaatti dhihaatan ilaalchisee, “Ati aarsaawwan, kennaawwanii fi aarsaawwan guutummaatti gubaman, akkasumas aarsaawwan cubbuu hin barbaanne, isaanittis hin gammanne” jedhe. 9 Achiis, “Kunoo, ani fedhii kee raawwachuuf dhufeera”+ jedhe. Inni isa lammaffaa hundeessuuf jedhee isa jalqabaa balleessa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi