Faarfannaa 37:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Seerri Waaqa isaa garaa isaa keessa jira;+Yommuu deemus miilli isaa hin gatantaru.+ Roomaa 7:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Keessa namummaa kootti seera Waaqayyootti nan gammada;+