Faarfannaa 6:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa Yihowaa, humni koo dadhabaa waan jiruuf gaarummaa* natti argisiisi. Yaa Yihowaa, lafeen koo hollachaa waan jiruuf na fayyisi.+ Faarfannaa 147:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Warra garaan isaanii cabe* ni fayyisa;Madaa isaaniis isaaniif ni hidha.
2 Yaa Yihowaa, humni koo dadhabaa waan jiruuf gaarummaa* natti argisiisi. Yaa Yihowaa, lafeen koo hollachaa waan jiruuf na fayyisi.+