-
Faarfannaa 31:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Ati harka diinaatti dabarsitee na hin kennine,
Kanaa mannaa, bakka balaa irraa walaba* taʼe irra na dhaabdeetta.
-
-
Ermiyaas 20:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Inni isa hiyyeessa* harka warra hammina hojjetanii irraa waan oolcheef,
Yihowaa faarfadhaa! Yihowaa jajadhaa!
-