Faarfannaa 55:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Onneen koo na keessatti dhiphateera,+Naasuun duʼaas na liqimseera.+ Maarqos 14:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Akkasumas, “Ani* hamma duʼaatti baayʼee gaddeera.+ Asuma turaatii dammaqaa eegaa”+ isaaniin jedhe.
34 Akkasumas, “Ani* hamma duʼaatti baayʼee gaddeera.+ Asuma turaatii dammaqaa eegaa”+ isaaniin jedhe.