Faarfannaa 42:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ani Waaqa qarsaa koo taʼeen,“Maaliif na irraanfatte?+ Cunqursaa diina kootiin kan kaʼe gaddaan asii fi achi kanan jooru maaliifi?”+ nan jedha.
9 Ani Waaqa qarsaa koo taʼeen,“Maaliif na irraanfatte?+ Cunqursaa diina kootiin kan kaʼe gaddaan asii fi achi kanan jooru maaliifi?”+ nan jedha.