-
Faarfannaa 84:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Mootii koo fi Waaqa koo kan taate
Yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa, iddoo aarsaa kee biratti
Simbirroon illee mana ni argatti,
Dimbiixiinis ofii ishiitiif manʼee,
Bakka cuucota ishii itti kunuunsitu achitti ni argatti.
-