8 “‘Anis gara biyya Amoorotaa warra Yordaanos gama jiraachaa turanitti isin nan fide; isaanis isin irratti waraana banan.+ Isin biyya isaanii dhaalaan fudhachuu akka dandeessaniif, ani harka keessanitti dabarsee isaan nan kenne; isin duraas haxaaʼee isaan nan balleesse.+