Keessa Deebii 28:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Saba Yihowaan itti si ergu hundumaa gidduutti, wanti si irra gaʼe isaan sodaachisa; isaan si tuffatu,* sitti qoosus.+ 2 Seenaa Baraa 7:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 biyya koo isan isaaniif kenne irraa Israaʼeliin nan buqqisa;+ mana ani maqaa kootiif qulqulleesse kanas ija koo duraa nan gata; innis saba hundumaa gidduutti kan tuffatamuu* fi kan itti qoosamu akka taʼu nan godha.+
37 Saba Yihowaan itti si ergu hundumaa gidduutti, wanti si irra gaʼe isaan sodaachisa; isaan si tuffatu,* sitti qoosus.+
20 biyya koo isan isaaniif kenne irraa Israaʼeliin nan buqqisa;+ mana ani maqaa kootiif qulqulleesse kanas ija koo duraa nan gata; innis saba hundumaa gidduutti kan tuffatamuu* fi kan itti qoosamu akka taʼu nan godha.+