Faarfannaa 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yaa Yihowaa, dheekkamsa keetiin kaʼi;Aarii diinota koo irrattis kaʼi;+Naaf dammaqi, haqnis akka raawwatamu ajaji.+ Faarfannaa 78:65, 66 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 65 Achiis akkuma namni jabaan+ daadhii wayinii irraa dammaqutti,Yihowaan akka waan hirribaa dammaqutti ni dammaqe.+ 66 Diinota isaas duubatti deebise;+Salphina cimaa keessa isaan buuse.
6 Yaa Yihowaa, dheekkamsa keetiin kaʼi;Aarii diinota koo irrattis kaʼi;+Naaf dammaqi, haqnis akka raawwatamu ajaji.+
65 Achiis akkuma namni jabaan+ daadhii wayinii irraa dammaqutti,Yihowaan akka waan hirribaa dammaqutti ni dammaqe.+ 66 Diinota isaas duubatti deebise;+Salphina cimaa keessa isaan buuse.