LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 4:25-28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 karaa afaan abbaa keenya Daawit tajaajilaa keetii hafuura qulqulluudhaan akkana jetteetta:+ ‘Saboonni kan jeeqaman, namoonnis wantoota duwwaa taʼan irratti kan xiinxalan maaliifi? 26 Mootonni lafaa iddoo iddoo isaanii qabataniiru; bulchitoonnis tokko taʼanii walitti qabamanii Yihowaa* irrattii fi isa inni dibe* irratti kaʼaniiru.’+ 27 Dhuguma iyyuu Heroodisii fi Phonxiyos Philaaxos+ sabootaa fi namoota Israaʼelii wajjin magaalaa kana keessatti walitti qabamuudhaan, tajaajilaa kee Yesuus isa qulqulluu isa ati dibde irratti yeroo kaʼanitti wantoonni kun raawwatamaniiru;+ 28 kunis kan taʼe wanti ati humna* kee fi fedhii keetiin dursitee murteessite akka raawwatamuufi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi