- 
	                        
            
            Daaniʼel 4:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
17 Kana eegdotatu labse,+ murtii* isaas qulqullootatu beeksise; kunis Inni Hundaa Olii mootummaa ilmaan namootaa irratti Bulchaa akka taʼee+ fi isas nama barbaade kamiif iyyuu akka kennu, akkasumas nama namoota hundumaatii gad taʼe isa irratti akka muudu namoonni lubbuudhaan jiran hundi akka beekaniifi.”
 
 -