-
Miilkiyaas 4:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Isin hamoota miila keessan jalatti ni dhidhiittu; sababiin isaas, isaan guyyaa ani tarkaanfii fudhadhutti akkuma biyyoo faana miila keessanii jala jiruu ni taʼu” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.
-