1 Saamuʼel 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaan ni ajjeesa, ni jiraachisas;*Gara Awwaalaatti* gad ni buusa, achi keessaas ol ni baasa.+ Iyyoob 7:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Akkuma duumessi bittinnaaʼuu fi badutti,Namni gara Awwaalaatti* gad buʼes deebiʼee ol hin baʼu.+