LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 21:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Wanta isaan kun jedhan ni dhageessaa?” isaan jedhan. Yesuusis, “Eeyyee, nan dhagaʼa. ‘Afaan ijoollee fi afaan daaʼimmanii keessaa galata argamsiiste’+ isa jedhame matumaa hin dubbisnee?” isaaniin jedhe.

  • Luqaas 10:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yesuus saʼaatii sanatti hafuura qulqulluudhaan gammadee akkana jedhe: “Gooftaa samii fi lafaa kan taate yaa Abbaa, wantoota kana ogeeyyii fi beektota jalaa dhoksitee+ daaʼimmanitti waan mulʼifteef uummata duratti sin jajadha. Eeyyee, Yaa Abbaa, kun fedhii kee ti.+

  • 1 Qorontos 1:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 kanaa mannaa, Waaqayyo warra ogeeyyii taʼan qaanessuuf, wantoota addunyaa gowwummaa taʼan filate; akkasumas wantoota jajjaboo taʼan qaanessuuf, wantoota addunyaa dadhaboo taʼan filate;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi