LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 19:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni labsu;+

      Hawaan hojii harka isaa ni lallaba.+

  • Faarfannaa 104:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Inni addeessa kan tolche waqtiilee akka beeksistuufi;

      Aduunis yoom akka lixxu akka gaariitti beekti.+

  • Isaayyaas 40:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Ija keessan gara samiitti ol kaasaatii ilaalaa.

      Wantoota kana kan uume eenyu?+

      Raayyaa isaanii lakkoofsaan kan gad baasu isa dha;

      Inni hunda isaanii maqaa maqaadhaan ni waama.+

      Jabina isaa isa guddaa fi humna isaa isa sodaachisaa+ taʼeen kan kaʼe,

      Isaan keessaa tokko illee hin hirʼatu.

  • Roomaa 1:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Amalawwan isaa warri ijaan hin argamne, uumama addunyaatii jalqabee ifatti mulʼatu; sababiin isaas, humna isaa isa bara baraa+ fi Waaqummaa isaa+ wantoota uumaman irraa ifatti hubachuun ni dandaʼama;+ kanaafuu, isaan sababa itti qabatan hin qaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi